#Beeksisa_Qacarrii Waajjirri Barnootaa Godina Hararge bahaa Barsiisota Barbaada Waajjirri Barnoota Godina Harargee bahaa Bara 2019tti Barsiisoota 'BED'Aplied fi Barnoota Hojii fi Gochaa Manneen Barnootaa godinicha keessaattii argamaniif gosa Barnootaa armaan gadiitiin dorgomsiisee Bakka hanqinni jirutti ramaduu barbaada. ✍️Muuxannoo:0 year Ogummaa: Digirii Jalqabaan; ✍️Yeroo Galmee Guyyaa 08/12/2018 - 18/12/2018 tti yeroo sa'aatti hojii Mootummaa ta'a. ➡️. Iddoo Galmee Waajjira Barnootaa Godina Harargee bahaaGutaa Garee Barnoota Sadarkaa 2ffaa kanaafuu namoonni Ulaaga armaan gaditti eeraman guuttan galmaa'uu kan dandeessan ta'uu isin beeksiisaa. ➡️ Ulaagaa Barbaachisu. 1.Gosa Barnootaa eeramaniin digrii duraatiin Yunvaristii Mootummaa irraa kan eebbifame/tte. 2.Bara 2016hangaa 2018tti Yunvaristii Mootummaa irraa kanneen eebbifaman. 3.Eebbifamtoonni 2016-2018 Qormaata bahinsaa (exit exam) kanneen darban ta'uu qaba. 4.kanneen galmaa'uu danda'an kana dura hin ramdamnee (hinqacaramne)ta'uu isaanii Raga hojii dhabdummaa waajjira dhimmi ilaallatu irraa dhiyyeeffachuu kanneen danda'aniidha. 5.Dorgomtonni yeroo galmeef dhufanitti Raga Barnoota hundaa isaa orijinaalaa fi koppii tokko tokko waliin qabatanii qaaman dhiyaachuun galmaa'uu qabu.
https://t.me/barsiisotaa/402Advertise on this channel
Sign up to book placements and manage campaigns in the advertiser cabinet.
Escrow-protected deal — pay only after the ad is published.
Open Sbo press (sagalee barsiisota oromiyaa). on Telegram
Jump straight to @barsiisotaa on Telegram. Adstail opens it in a new tab so your stats session stays intact.
Sbo press is a marketplace Telegram channel focused on educational announcements and updates for students in the Oromia region. It shares information on registration dates, examination results, and university admissions, catering to the academic community's needs.
vs last week
Reach (week avg) ÷ subscribers
Average for the past 7 days
0 this week
Average comments per month
Average reactions per month
Updated Aug 13, 2026, 3:00 AM UTC
Trends
How subscribers, reach and posts change over time.
Subscribers
Reach
Posts
Latest post
Top post (last 30 days)
Frequently Asked Questions
Quick answers about advertising on Sbo press (sagalee barsiisota oromiyaa)..