#Barsiisota_Qofaaf 👉Hagayya 3-7/2017 👉75% ni milkooftu jedheen amana. Akkuma beekamu yeroo baay'ee rakkoo Barsiisotaa keessaa tokko kan ta'e, rakkoo hawaasummaa ta'uu ni beekna. ✔️Barsiisonni gariin carraa argataniin jijjiiraa argatan iyyuu baay'een jiruuf jireenyaa hawaasummaa fii dhuunfaa isaanii guuttachuuf rakkoon bakkaa baay'ee rakkisaa ta'ee argamaa jira. ✔️Rakkoolee armaan olitti caqasee jiru bu'uura godhachuun namoota sababii gaa'elaan, Maatii fii k.k.f tuun jijjiirraa bakkaa Godina irraa Godina biraatti, Aanaa irraa Aanaa biratti jijjiirraa "walii waliin" barsiisonni akka walquunnamaniif, Fuula miidiyaa Hawaasaa ( Facebook fii Telegram) Hordoftoota 90k+ qabu irratti akka walquunnamtaniif Hagayya 3-7/2017 siniifan maxxansaa. ✔️Kanaafuu barsiisonni fedhii qabdan guyyoota caqafame keessatti karaa keessaa:- 👉 Sadarkaa barnootaa 👉 Miindaa 👉 Muuxannoo hojii 👉Gosa barnoota 👉Godina, Aanaa itti barsiisaa jiru/rtu 👉Godina,Aanaa itti akka jijjiirrattu barbaadu. Bilbila qunnamtii ( yoo danda'amee 2) Hunda karaa keessaa barreeffamaan qofa naaf kaa'uun na qunnamtu. Keessan: na argachuuf👇👇👇 Faceb𝒐𝒐𝒌:https://www.facebook.com/AananiiBaalee follow gochuun maatii ta'aa. Telegram: 👇👇 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaaf Hubachiisa: Alaan ( comment) barreessuun fudhatama hin qabu. #Carraa_gaarii #Share_Waliif_gochuun_hiriyoota keessan biraan gahaa
https://t.me/barsiisotaaf/11955Advertise on this channel
Sign up to book placements and manage campaigns in the advertiser cabinet.
Escrow-protected deal — pay only after the ad is published.
Open SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa) on Telegram
Jump straight to @barsiisotaaf on Telegram. Adstail opens it in a new tab so your stats session stays intact.
SBO Press delivers the latest updates in education, job listings, and media announcements related to the Oromiyaa region. The channel features insights into government programs, scholarship opportunities, and academic competitions, all aimed at empowering learners and professionals alike.
vs last week
Reach (week avg) ÷ subscribers
Average for the past 7 days
87 this week
Average comments per month
Average reactions per month
Updated Jul 13, 2026, 3:00 AM UTC
Trends
How subscribers, reach and posts change over time.
Subscribers
Reach
Posts
Latest post
Top post (last 30 days)
Frequently Asked Questions
Quick answers about advertising on SBO Press (Sagalee Barsiisota Oromiyaa).