🎙️Faarfataa Hana Dawit 🎵Gara Keen Ilaala Ganamni isaa nama tolee galgali isaa baduu Nan taasisin adaraa yaa waaqa hundaa gootuu Naaf bareechii Galgala Koo ganama Koo mitii biyya koo tsiyoniti galuun fedhii Lubbu kootii Oho ohoo jalqaba Koo mitii Oho ohoo Dhumaa Koo bareechii Oho ohoo Yaa waaqa Koo adaraa Oho ohoo Naa galchi biyya haaraa Sirkaa kan dhabame hin jiru harkii kee hundumaan guutuudhaa Hir'ina amantii Koo naaf guutii waaqakoo atoo danda'a dhaa Siif hojjedhee anaf haa tahuu barriko Mana kee keessaatti jalqabakoo erga barrechitte adaraa waa'ee dhumaa kootti Obsa kee waaqarra naf kenni dandeettin sii bira naaf dhufaa Namni sin abdatee ademuu gooftakoo akkamittin kufaa ? Anis siin qabadheen ademaa haa bareeduu kan Koo dhumnikoo Diinatti na Laatin adaraa jabeesii naa qabi harka koo Garbichi kee Daawwiit jedheera Manakee jiraachu naaf caalaa Iddo biraa guyyaa kumarra mana kee guyyaa tokkottu caalaa Anafis naaf wayyaa hundarraa buusaa Mana keeti jiraach ➧[ @Menfesawipoam ] ➧[ @Menfesawipoam ]
https://t.me/Aposongslink/4380